LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Kanaafuu, isinis Ilmi namaa saʼaatii isin hin yaadnetti waan dhufuuf qophaaʼoo taʼaa.+

  • Maatewos 25:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Egaa, isin guyyichas taʼe saʼaaticha waan hin beekneef+ dammaqaa eegaa.+

  • Mulʼata 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, wanta fudhattee fi dhageesse yeroo hunda yaadadhu; akkasumas eeguu kee itti fufi, yaada kees geddaradhu.+ Yoo dammaquu baatte garuu, ani akka hattuutti sitti nan dhufa,+ saʼaatii akkamiitti akkan sitti dhufus matumaa hin beektu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi