Maatewos 16:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis Yesuus barattoota isaatiin akkana jedhe: “Namni kam iyyuu ana duukaa buʼuu yoo barbaade of haa ganu; muka dhiphinaa* isaa baatees yeroo hunda ana duukaa haa buʼu.+ Maarqos 8:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yeroo kanatti namoota sanaa fi barattoota isaa ofitti waamee akkana isaaniin jedhe: “Namni kam iyyuu ana duukaa buʼuu yoo barbaade of haa ganu; muka dhiphinaa isaa* baatees yeroo hunda ana duukaa haa buʼu.+ Luqaas 9:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Achiis hunda isaaniitiin akkana jedhe: “Namni kam iyyuu ana duukaa buʼuu yoo barbaade of haa ganu;+ guyyaa guyyaadhaan muka dhiphinaa* isaa baatees yeroo hunda ana duukaa haa buʼu.+
24 Achiis Yesuus barattoota isaatiin akkana jedhe: “Namni kam iyyuu ana duukaa buʼuu yoo barbaade of haa ganu; muka dhiphinaa* isaa baatees yeroo hunda ana duukaa haa buʼu.+
34 Yeroo kanatti namoota sanaa fi barattoota isaa ofitti waamee akkana isaaniin jedhe: “Namni kam iyyuu ana duukaa buʼuu yoo barbaade of haa ganu; muka dhiphinaa isaa* baatees yeroo hunda ana duukaa haa buʼu.+
23 Achiis hunda isaaniitiin akkana jedhe: “Namni kam iyyuu ana duukaa buʼuu yoo barbaade of haa ganu;+ guyyaa guyyaadhaan muka dhiphinaa* isaa baatees yeroo hunda ana duukaa haa buʼu.+