LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Namni muka dhiphinaa* isaa baatee ana duukaa hin buune kam iyyuu anaaf hin malu.+

  • Maatewos 16:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis Yesuus barattoota isaatiin akkana jedhe: “Namni kam iyyuu ana duukaa buʼuu yoo barbaade of haa ganu; muka dhiphinaa* isaa baatees yeroo hunda ana duukaa haa buʼu.+

  • Luqaas 9:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Achiis hunda isaaniitiin akkana jedhe: “Namni kam iyyuu ana duukaa buʼuu yoo barbaade of haa ganu;+ guyyaa guyyaadhaan muka dhiphinaa* isaa baatees yeroo hunda ana duukaa haa buʼu.+

  • Luqaas 14:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Namni muka dhiphinaa isaa* baatee ana duukaa hin buune kam iyyuu barataa koo taʼuu hin dandaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi