Maatewos 9:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin taʼin gara laafinan barbaada’+ jechuun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Sababiin isaas, ani qajeelota utuu hin taʼin, cubbamoota waamuufan dhufe.” Maarqos 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yesuus kana yommuu dhagaʼu, “Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu. Ani namoota qajeeloo utuu hin taʼin, cubbamoota waamuufan dhufe”+ isaaniin jedhe.
13 Kanaafuu dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin taʼin gara laafinan barbaada’+ jechuun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Sababiin isaas, ani qajeelota utuu hin taʼin, cubbamoota waamuufan dhufe.”
17 Yesuus kana yommuu dhagaʼu, “Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu. Ani namoota qajeeloo utuu hin taʼin, cubbamoota waamuufan dhufe”+ isaaniin jedhe.