LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 61:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 61 Hafuurri Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa ana irra jira,+

      Sababiin isaas, Yihowaan garraamotaaf misiraachoo akkan labsu na dibeera.+

      Warra garaan isaanii cabe* akkan walʼaanu,

      Warra boojiʼamaniif bilisa baʼuu akkan labsu,

      Ijji hidhamtootaa akka banamus akkan labsu na ergeera;+

  • Maatewos 9:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yesuus wanta isaan jedhan dhagaʼee akkana jedhe: “Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu.+ 13 Kanaafuu dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin taʼin gara laafinan barbaada’+ jechuun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Sababiin isaas, ani qajeelota utuu hin taʼin, cubbamoota waamuufan dhufe.”

  • Luqaas 5:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yesuusis akkana jedhee isaaniif deebise: “Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu.+ 32 Ani namoota qajeeloo waamuuf utuu hin taʼin, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe.”+

  • Luqaas 19:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, Ilmi namaa isa bade barbaaduu fi fayyisuuf dhufe.”+

  • 1 Ximotewos 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dubbiin kun amanamaa fi guutummaatti fudhatama argachuu kan qabu dha: Kiristoos Yesuus gara addunyaa kan dhufe cubbamoota fayyisuufi.+ Isaan keessaa immoo cubbamaan hunda caalu ana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi