-
Hojii Ergamootaa 9:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Saaʼol garuu barattoota Gooftaa rakkisuu fi isaan ajjeesuuf dhaadachaa+ gara luba ol aanaa dhaqe; 2 achiis dhiirotas taʼan dubartoota nama Daandii Gooftaa hordofu kam iyyuu yoo argate, hidhee gara Yerusaalemitti fiduu akka dandaʼuuf manneen sagadaa Damaasqoo jiranitti xalayaan akka isaaf barreeffamu gaafate.+
-
-
1 Qorontos 15:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ani gumii Waaqayyoo ariʼachaa waanan tureef,+ ergamoota hundumaatii gad kanan taʼee fi ergamaa jedhamee waamamuun kan naaf hin malle dha.
-