LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 9:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuusis, “‘Wanti gochuu dandeessu yoo jiraate’ jettee? Nama amantii qabuuf wanti hundi ni dandaʼama”+ isaan jedhe. 24 Abbaan mucichaas yeruma sana, “Nan amana! Amantii koo akkan cimsadhu na gargaari!”+ jedhee iyye.

  • Ibroota 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 fiigicha kanas Yesuus isa Bakka Buʼaa Guddaa fi Fiixaan Baasaa amantii keenyaa taʼe+ xiyyeeffannaadhaan ilaalaa haa fiignu. Inni gammachuu isa dura jiruuf jedhee salphina isa irra gaʼe tuffatee hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti jabaatee dhaabbateera; akkasumas mirga teessoo Waaqayyoo taaʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi