LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 8:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Akkasumas, Ilmi namaa rakkinni hedduun akka isa irra gaʼu, maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa akka isa tuffatan, akka ajjeefamuu+ fi guyyaa sadii booda duʼaa akka kaʼu isaan barsiisuu jalqabe.+

  • Maarqos 9:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Sababiin isaas, inni barattoota isaa barsiisuu barbaadee ture; inni, “Ilmi namaa harka namootaatti dabarfamee ni kennama; isaanis isa ni ajjeesu;+ garuu kan ajjeefamu taʼus guyyaa sadii booda duʼaa ni kaʼa”+ jedhee isaanitti himaa ture.

  • Luqaas 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 itti dabalees, “Ilmi namaa rakkinni hedduun isa irra gaʼa; maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa isa tuffatu; akkasumas ni ajjeefama;+ guyyaa sadaffaatti immoo duʼaa ni kaafama”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi