LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 16:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuus yeroo sanaa jalqabee, gara Yerusaalem dhaquu akka qabu, maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa dhiphina guddaa akka isa irra geessisan, akka ajjeefamuu fi guyyaa sadaffaatti duʼaa akka kaafamu+ barattoota isaatiif ibsuu jalqabe.

  • Maatewos 17:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Galiilaatti utuu walitti qabamanii jiraniis, Yesuus akkana isaaniin jedhe: “Ilmi namaa harka namootaatti dabarfamee ni kennama;+ 23 isaan isa ni ajjeesu; innis guyyaa sadaffaatti duʼaa ni kaafama.”+ Yeroo kanatti isaan baayʼee gaddan.

  • Maarqos 8:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Akkasumas, Ilmi namaa rakkinni hedduun akka isa irra gaʼu, maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa akka isa tuffatan, akka ajjeefamuu+ fi guyyaa sadii booda duʼaa akka kaʼu isaan barsiisuu jalqabe.+

  • Luqaas 9:44, 45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Wanta ani isinitti himu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; sababiin isaas, Ilmi namaa harka namootaatti dabarfamee ni kennama.”+ 45 Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. Akka isaan hubachuu hin dandeenyeef dubbiin kun isaan jalaa dhokfamee ture; waaʼee kanaa isa gaafachuus ni sodaatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi