-
Maatewos 20:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Kunoo, gara Yerusaalemitti ol baʼaa jirra; Ilmi namaas dura buutota lubootaa fi barsiisota seeraatti dabarfamee ni kennama. Isaanis duʼa isatti murteessu.+ 19 Akkasumas, akka isatti qoosan, akka isa garafanii fi muka irratti akka isa fannisaniif+ saboota kaanitti dabarsanii isa kennu; achiis guyyaa sadaffaatti duʼaa ni kaafama.”+
-
-
Luqaas 24:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 akkana isaaniin jedhe: “Akkana jedhamee barreeffameera: Kiristoos ni dhiphata, guyyaa sadaffaattis warra duʼan gidduudhaa ni kaʼa;+
-