LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 20:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Kunoo, gara Yerusaalemitti ol baʼaa jirra; Ilmi namaas dura buutota lubootaa fi barsiisota seeraatti dabarfamee ni kennama. Isaanis duʼa isatti murteessu.+

  • Luqaas 9:44, 45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Wanta ani isinitti himu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; sababiin isaas, Ilmi namaa harka namootaatti dabarfamee ni kennama.”+ 45 Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. Akka isaan hubachuu hin dandeenyeef dubbiin kun isaan jalaa dhokfamee ture; waaʼee kanaa isa gaafachuus ni sodaatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi