LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yesuus mana qulqullummaa* seenee, warra mana qulqullummaa keessatti gurguranii fi bitan hunda achi keessaa ariʼe; minjaala warra maallaqa jijjiiranii fi barcuma warra gugee gurguraniis ni gaggaragalche.+

  • Maarqos 11:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis gara Yerusaalem dhufan. Achittis Yesuus mana qulqullummaa seenee, warra mana qulqullummaa keessatti gurguranii fi bitan achi keessaa ariʼe; minjaala warra maallaqa jijjiiranii fi barcuma warra gugee gurguraniis ni gaggaragalche;+ 16 namni tokko iyyuu miʼa baatee mana qulqullummaa keessa akka hin darbines ni dhowwe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi