Maarqos 11:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa kana dhagaʼanii, karaa itti isa ajjeesan barbaaduu jalqaban;+ sababiin isaas, namoonni hundi barumsa isaa waan dinqisiifataniif isaan isa sodaatu turan.+
18 Dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa kana dhagaʼanii, karaa itti isa ajjeesan barbaaduu jalqaban;+ sababiin isaas, namoonni hundi barumsa isaa waan dinqisiifataniif isaan isa sodaatu turan.+