-
Luqaas 7:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 (Namoonni sun hundii fi warri qaraxa sassaaban yommuu kana dhagaʼan Waaqayyo qajeelaa taʼuu isaa dubbatan; sababiin isaas, isaan cuuphaa Yohaannisiin cuuphamanii turan.+
-