LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 13:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Hundumaaf wanta isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa,+ isa gibira gaafatuuf gibira kennaa, isa sodaatamuu barbaadu sodaadhaa,+ isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa.+

  • Tiitoo 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Mootummootaa fi abbootii taayitaatiif+ akka bitamanii fi akka ajajaman, akkasumas hojii gaarii hundumaatiif kan qophaaʼan akka taʼan isaan yaadachiisuu kee itti fufi;

  • 1 Pheexiros 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Gooftaadhaaf jedhaatii aangoo* namoonni hundeessan hundaaf bitamaa;+ inni iddoo ol aanaa waan qabuuf mootiidhaaf bitamaa;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi