Maatewos 22:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Isaanis, “Kan Qeesaar” jedhan. Innis, “Egaa, wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif, wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof deebisaa kennaa”+ isaaniin jedhe. Maarqos 12:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis Yesuus, “Wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif,+ wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof deebisaa kennaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis isa ajaaʼibsiifatan. Luqaas 20:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Innis, “Egaa, wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif,+ wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof deebisaa kennaa”+ isaaniin jedhe.
21 Isaanis, “Kan Qeesaar” jedhan. Innis, “Egaa, wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif, wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof deebisaa kennaa”+ isaaniin jedhe.
17 Achiis Yesuus, “Wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif,+ wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof deebisaa kennaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis isa ajaaʼibsiifatan.
25 Innis, “Egaa, wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif,+ wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof deebisaa kennaa”+ isaaniin jedhe.