Daaniʼel 7:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ibiddi lolaʼus isa duraa baʼee ni yaaʼa ture.+ Kumni kumaatamni isa tajaajilaa turan; kumni kudhan siʼa kuma kudhanis isa dura ni dhaabbatu turan.+ Dhaddachi+ ni jalqabe; kitaabonnis ni banaman. Mulʼata 5:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Anis nan arge, naannoo teessichaa, naannoo uumamawwan jiraatoo sanaa fi naannoo jaarsolii sanaatti sagalee maleekota hedduu nan dhagaʼe; lakkoofsi isaanii kumaatama siʼa kumaatamaa fi kuma hedduu siʼa kuma hedduu ture;+
10 Ibiddi lolaʼus isa duraa baʼee ni yaaʼa ture.+ Kumni kumaatamni isa tajaajilaa turan; kumni kudhan siʼa kuma kudhanis isa dura ni dhaabbatu turan.+ Dhaddachi+ ni jalqabe; kitaabonnis ni banaman.
11 Anis nan arge, naannoo teessichaa, naannoo uumamawwan jiraatoo sanaa fi naannoo jaarsolii sanaatti sagalee maleekota hedduu nan dhagaʼe; lakkoofsi isaanii kumaatama siʼa kumaatamaa fi kuma hedduu siʼa kuma hedduu ture;+