LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miikiyaas 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Sababiin isaas, ilmi abbaa isaa ni tuffata,

      Intalli haadha ishii irratti ni kaati,+

      Haati manaa ilmaas amaatii ishii irratti ni kaati;+

      Diinonni namaa miseensota maatii isaa ti.+

  • Maarqos 13:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, obboleessi obboleessa isaa, abbaan mucaa isaa duʼaaf dabarsee kenna; ijoolleenis warra isaanii irratti kaʼanii isaan ajjeesisu.+ 13 Maqaa kootiin kan kaʼe nama hundumaa biratti ni jibbamtu.+ Namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu+ garuu ni fayya.+

  • Hojii Ergamootaa 7:59
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 59 Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii Isxifaanos, “Yaa Gooftaa Yesuus, hafuura koo fudhadhu” jedhee kadhate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi