LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Dimbiixiiwwan lama saantima gatii xinnoo qabdu* tokkoon gurguramu mitii? Taʼus, isaan keessaa ishiin tokko illee utuu Abbaan keessan hin beekin lafa irra hin buutu.+ 30 Isin garuu rifeensi mataa keessanii hundi iyyuu lakkaaʼameera.

  • Luqaas 12:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Dimbiixiiwwan shan saantima gatii xinnoo qabdu lamatti* gurguramu mitii? Taʼus, isaan keessaa ishiin tokko illee Waaqayyo duratti hin dagatamtu.+ 7 Isin garuu rifeensi mataa keessanii hundi iyyuu lakkaaʼameera.+ Hin sodaatinaa; isin dimbiixiiwwan hedduu caalaa gatii guddaa qabdu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi