Maatewos 24:32, 33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 “Muka harbuu irraa fakkeenya kana baradhaa: Yeroo dameen isaa latee baala baafatu bonni akka dhihaate ni beektu.+ 33 Haaluma wal fakkaatuun isinis wantoota kana hunda yommuu argitan, inni balbalatti akka dhihaate+ beekaa. Maarqos 13:28, 29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 “Muka harbuu irraa fakkeenya kana baradhaa: Yeroo dameen isaa latee baala baafatu bonni akka dhihaate ni beektu.+ 29 Haaluma wal fakkaatuun isinis wantoonni kun raawwatamuu isaanii yommuu argitan, inni balbalatti akka dhihaate beekaa.+
32 “Muka harbuu irraa fakkeenya kana baradhaa: Yeroo dameen isaa latee baala baafatu bonni akka dhihaate ni beektu.+ 33 Haaluma wal fakkaatuun isinis wantoota kana hunda yommuu argitan, inni balbalatti akka dhihaate+ beekaa.
28 “Muka harbuu irraa fakkeenya kana baradhaa: Yeroo dameen isaa latee baala baafatu bonni akka dhihaate ni beektu.+ 29 Haaluma wal fakkaatuun isinis wantoonni kun raawwatamuu isaanii yommuu argitan, inni balbalatti akka dhihaate beekaa.+