-
Maarqos 6:7-9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Warra Kudha Lamaan sana waamee lama lama godhee isaan erge;+ hafuurota xuraaʼoo irrattis aangoo isaaniif kenne.+ 8 Kana malees, karaadhaaf ulee qofa malee, daabboo fi korojoo nyaataa akka hin qabanne, sabbata isaaniittis maallaqa* akka hin guduunfanne,+ 9 garuu kophee akka kaaʼatan, taʼus uffata lama* akka hin uffanne isaan ajaje.
-