-
Maatewos 26:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Gara barattoota isaatti yommuu deebiʼu rafanii isaan arge; Pheexirosiinis akkana jedhe: “Saʼaatii tokkoof illee anaa wajjin dammaqxanii eeguu hin dandeenyee?+
-
-
Maarqos 14:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Gara isaaniitti yommuu deebiʼus rafanii isaan argee Pheexirosiin akkana jedhe: “Simoon, rafaa jirtaa? Saʼaatii tokkoof illee dammaqxee eeguu hin dandeenyee?+
-