-
Maatewos 26:65Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
65 Yeroo kanatti lubni ol aanaan sun uffata isaa isa irratti uffatu tarsaasee akkana jedhe: “Waaqayyoon arrabseera! Kana caalaa ragaa baatota dabalataa maaliitu nu barbaachisa? Kunoo, Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu dhageessaniittu.
-
-
Maarqos 14:63Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
63 Yeroo kanatti lubni ol aanaan sun uffata isaa tarsaasee akkana jedhe: “Kana caalaa ragaa baatota dabalataa maaliitu nu barbaachisa?+
-