Maatewos 27:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Sana booda, Barbaaniin isaaniif hiike; Yesuusiin garuu erga garafsiisee+ booda muka irratti akka fannifamu dabarsee isa kenne.+ Yohaannis 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis Philaaxos Yesuusiin fuudhee isa garafe.+
26 Sana booda, Barbaaniin isaaniif hiike; Yesuusiin garuu erga garafsiisee+ booda muka irratti akka fannifamu dabarsee isa kenne.+