Maarqos 15:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Namni biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko baadiyyaadhaa utuu dhufuu arganii muka* Yesuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan; namichi kun abbaa Iskindirii fi Ruufos ture.+ Yohaannis 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yesuus muka dhiphinaa* sana ofuma isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa jedhamuu+ fi Afaan Ibrootaatiin Golgootaa jedhamutti ol baʼe.+
21 Namni biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko baadiyyaadhaa utuu dhufuu arganii muka* Yesuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan; namichi kun abbaa Iskindirii fi Ruufos ture.+
17 Yesuus muka dhiphinaa* sana ofuma isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa jedhamuu+ fi Afaan Ibrootaatiin Golgootaa jedhamutti ol baʼe.+