Maatewos 27:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Utuu deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko argatan. Achiis muka* Yesuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan.+ Luqaas 23:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Utuu Yesuusiin fuudhanii deemaa jiraniis, namni biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko baadiyyaadhaa utuu dhufuu qabanii muka dhiphinaa* sana Yesuus duubaan baatee akka deemu godhan.+
32 Utuu deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko argatan. Achiis muka* Yesuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan.+
26 Utuu Yesuusiin fuudhanii deemaa jiraniis, namni biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko baadiyyaadhaa utuu dhufuu qabanii muka dhiphinaa* sana Yesuus duubaan baatee akka deemu godhan.+