Maarqos 15:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Namni biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko baadiyyaadhaa utuu dhufuu arganii muka* Yesuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan; namichi kun abbaa Iskindirii fi Ruufos ture.+ Luqaas 23:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Utuu Yesuusiin fuudhanii deemaa jiraniis, namni biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko baadiyyaadhaa utuu dhufuu qabanii muka dhiphinaa* sana Yesuus duubaan baatee akka deemu godhan.+
21 Namni biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko baadiyyaadhaa utuu dhufuu arganii muka* Yesuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan; namichi kun abbaa Iskindirii fi Ruufos ture.+
26 Utuu Yesuusiin fuudhanii deemaa jiraniis, namni biyya Qareenaa Simoon jedhamu tokko baadiyyaadhaa utuu dhufuu qabanii muka dhiphinaa* sana Yesuus duubaan baatee akka deemu godhan.+