Isaayyaas 9:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Uummanni dukkana keessa deemaa ture,Ifa guddaa arge. Warri biyya gaaddisa cimaa keessa jiraachaa turanisIfni isaan irratti ni ife.+ Maatewos 4:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Uummanni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa arge; warra biyya gaaddisa duʼaa keessa jiraatan irrattis ifni+ ni baʼe.”+
2 Uummanni dukkana keessa deemaa ture,Ifa guddaa arge. Warri biyya gaaddisa cimaa keessa jiraachaa turanisIfni isaan irratti ni ife.+
16 Uummanni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa arge; warra biyya gaaddisa duʼaa keessa jiraatan irrattis ifni+ ni baʼe.”+