LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 16:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isinis amma gadditaniittu; haa taʼu malee, ani deebiʼee waanan isin arguuf garaan keessan ni gammada;+ gammachuu keessanis eenyu iyyuu isin jalaa hin fudhatu.

  • Hojii Ergamootaa 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis gaara isa Gaara Ejersaa jedhamu irraa gara Yerusaalemitti deebiʼan;+ gaarri kun Yerusaalemitti dhihoo yeroo taʼu, hamma fageenya guyyaa Sanbataatti deemuun heyyamamu qofa fagaata ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi