Luqaas 24:51, 52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Utuu isaan eebbisaa jiruus, isaan irraa adda baʼee gara samiitti ol fudhatame.+ 52 Isaanis isaaf sagadanii gammachuu guddaadhaan gara Yerusaalemitti deebiʼan.+
51 Utuu isaan eebbisaa jiruus, isaan irraa adda baʼee gara samiitti ol fudhatame.+ 52 Isaanis isaaf sagadanii gammachuu guddaadhaan gara Yerusaalemitti deebiʼan.+