LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 52:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Isin diiggaawwan Yerusaalem, gammadaa, tokkummaadhaanis ililchaa,+

      Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera;+ Yerusaalemiinis fureera.+

  • Maarqos 15:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 namni biyya Armaatiyaa Yoseef jedhamuu fi miseensa beekamaa Mana Marii Yihudootaa taʼe ni dhufe; namichi kun Mootummaa Waaqayyoo eeggata ture. Inni ija jabinaan Philaaxos duratti dhihaatee reeffi Yesuus akka isaaf kennamu gaafate.+

  • Luqaas 2:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo kanatti Yerusaalem keessa namichi Simiʼoon jedhamu tokko jira ture; inni nama qajeelaa fi nama Waaqayyoof bule, akkasumas nama yeroo Waaqayyo Israaʼeliin itti jajjabeessu+ eeggatu ture; hafuurri qulqulluunis isa irra ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi