Maatewos 11:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Abbaan koo wanta hunda anaaf kenneera;+ Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru;+ akkasumas Ilmaa fi nama Ilmi isatti mulʼisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.+ Luqaas 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Abbaan koo wanta hunda anaaf kenneera; Abbaa malee Ilmi eenyu akka taʼe kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa+ fi nama Ilmi isatti mulʼisuu barbaadu qofa malee Abbaan eenyu akka taʼe kan beeku tokko illee hin jiru.”+
27 Abbaan koo wanta hunda anaaf kenneera;+ Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru;+ akkasumas Ilmaa fi nama Ilmi isatti mulʼisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.+
22 Abbaan koo wanta hunda anaaf kenneera; Abbaa malee Ilmi eenyu akka taʼe kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa+ fi nama Ilmi isatti mulʼisuu barbaadu qofa malee Abbaan eenyu akka taʼe kan beeku tokko illee hin jiru.”+