Yohaannis 14:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 ‘Ani nan deema, deebiʼees gara keessan nan dhufa’ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taʼee, gara Abbaa dhaquu kootti ni gammaddu turtan; sababiin isaas, Abbaan na caala.+
28 ‘Ani nan deema, deebiʼees gara keessan nan dhufa’ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taʼee, gara Abbaa dhaquu kootti ni gammaddu turtan; sababiin isaas, Abbaan na caala.+