LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 20:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yesuusis, “Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, jabeessitee na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii obboloota kootiin,+ ‘Ani gara Abbaa koo+ fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo+ fi gara Waaqa keessanitti ol nan baʼa’ jedhii isaanitti himi” ishiidhaan jedhe.

  • 1 Qorontos 11:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Haa taʼu malee, mataan dhiira hundumaa Kiristoos,+ mataan dubartii dhiira,+ mataan Kiristoos immoo Waaqayyo+ taʼuu isaa akka beektan nan barbaada.

  • 1 Qorontos 15:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Haa taʼu malee, yommuu wantoonni hundi isaaf bitaman, Waaqayyo hundumaaf waan hundumaa akka taʼuuf,+ yeroo sanatti Ilmi mataan isaa isa wantoonni hundi akka isaaf bitaman godhe sanaaf ni bitama.+

  • Filiphisiyus 2:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ilaalcha Kiristoos Yesuus qabu kana qabaadhaa;+ 6 inni bifa Waaqayyootiin jiraachaa kan ture taʼus,+ Waaqayyoo wajjin qixxee taʼuuf yaaluu yaanni jedhu gara sammuu isaatti illee hin dhufne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi