-
Roomaa 14:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kiristoos sababii kanaaf, jechuunis warra duʼan irrattis taʼe warra jiran irratti Gooftaa taʼuu akka dandaʼuuf duʼeera, deebiʼees jiraateera.+
-
-
Efesoon 4:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Kanaa mannaa, dhugaa dubbachuudhaan, wanta hundumaan gara isaatti, jechuunis gara Kiristoos isa mataa taʼetti jaalalaan haa guddannu.+
-
-
Qolosaayis 2:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, isin isa mataa mootummaa fi mataa aangoo hundumaa taʼe sanaan guutuu taataniittu.+
-