1 Qorontos 11:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Haa taʼu malee, mataan dhiira hundumaa Kiristoos,+ mataan dubartii dhiira,+ mataan Kiristoos immoo Waaqayyo+ taʼuu isaa akka beektan nan barbaada. Qolosaayis 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 inni mataa qaamichaa, jechuunis mataa gumichaa ti.+ Inni isa jalqabaa ti, warra duʼan keessaas angafa dha;+ kunis kan taʼe inni wanta hundumaatiin isa jalqabaa akka taʼuufi;
3 Haa taʼu malee, mataan dhiira hundumaa Kiristoos,+ mataan dubartii dhiira,+ mataan Kiristoos immoo Waaqayyo+ taʼuu isaa akka beektan nan barbaada.
18 inni mataa qaamichaa, jechuunis mataa gumichaa ti.+ Inni isa jalqabaa ti, warra duʼan keessaas angafa dha;+ kunis kan taʼe inni wanta hundumaatiin isa jalqabaa akka taʼuufi;