LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 8:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis, “Amantiin keessan eessa jira?” isaaniin jedhe. Isaan garuu sodaa guddaa fi dinqisiifannaadhaan, “Kun dhuguma eenyu? Bubbee fi bishaan illee ni ajaja; isaanis isaaf ni ajajamu”+ waliin jedhan.

  • Yohaannis 6:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yesuusis, “Namoota tessisaa” jedhe. Bakka sana margi hedduun waan tureef namoonni sun achi tataaʼan; dhiironni achi taaʼanis gara 5,000 turan.+ 11 Yesuusis daabboo sana fuudhee erga galateeffatee booda warra achi tataaʼaniif hire; qurxummii xinnoo sanas akkasuma godhe; isaanis hamma barbaadan fudhatan.

  • Yohaannis 6:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Haa taʼu malee, akkuma gara kiilomeetira shanii yookiin jaʼaa* deemaniin, Yesuus galaana irra deemaa gara bidiruu sanaatti utuu dhihaatuu arganii baayʼee sodaatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi