LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 6:47-51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Yommuu dhihus bidiruun sun galaanicha walakkaa turte; inni garuu kophaa isaa lafa gogaa irra ture.+ 48 Achiis barattoota isaa arge; isaan bubbeen gara isaaniitti waan bubbisuuf galaanicha mooquuf rakkachaa turan; innis halkan keessaa naannoo kutaa isa arfaffaatti* galaanicha irra deemaa gara isaanii dhufe; taʼus isaan bira waan darbu fakkaata ture. 49 Isaanis yommuu inni galaanicha irra deemu arganii, “Ekeraa dha!” jedhanii waan yaadaniif ni iyyan. 50 Sababiin isaas, hundi isaanii isa arganii akka malee naʼanii turan. Inni garuu yeruma sana, “Hin naʼinaa! Ana dha; hin sodaatinaa”+ isaaniin jedhe. 51 Achiis bidiricha yaabbate; bubbeen sunis ni dhaabbate. Isaanis baayʼee dinqisiifatan;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi