LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 3:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Hundi isaanii cubbuu hojjetaniiru, ulfina Waaqayyoo calaqqisiisuus hin dandaʼan;+ 24 isaan gaarummaa guddaa+ Waaqayyo furii Kiristoos Yesuus kaffaletti fayyadamee+ argisiiseen bilisa baʼanii qajeelota jedhamanii waamamuun isaanii kennaa tola+ argame dha.

  • Efesoon 1:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sababiin isaas, inni akka isa gammachiisuttii fi akka fedhii isaatti,+ karaa Yesuus Kiristoos akka ilmaan isaatti nu guddifachuuf+ dursee nu filateera;+ 6 kana kan godhes gaarummaa isaa isa guddaa+ isa ulfina qabeessa taʼe, karaa Ilma isaa isa jaallatamaa+ gaarummaadhaan nuu kenneef Waaqayyo akka jajamuufi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi