13 Haa taʼu malee, isin obboloonni Yihowaa biratti jaallatamtan, Waaqayyo jalqabumaa kaasee hafuura isaa fi amantii dhugaa irratti qabdaniin isin qulqulleessuudhaan+ fayyinaaf waan isin filateef,+ waaʼee keessaniif yeroo hunda Waaqayyoon galateeffachuuf dirqamna.