Ibroota 12:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Isin garuu, Gaara Xiyoonii+ fi magaalaa Waaqa jiraataa, jechuunis Yerusaalem ishii samii,+ maleekota kumaatama hedduu* Ibroota 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yesuus isa araarsaa+ kakuu haaraa+ taʼe, akkasumas dhiiga facaafame isa karaa dhiiga Abeel irra caaluun dubbatutti+ dhihaattaniittu.
22 Isin garuu, Gaara Xiyoonii+ fi magaalaa Waaqa jiraataa, jechuunis Yerusaalem ishii samii,+ maleekota kumaatama hedduu*
24 Yesuus isa araarsaa+ kakuu haaraa+ taʼe, akkasumas dhiiga facaafame isa karaa dhiiga Abeel irra caaluun dubbatutti+ dhihaattaniittu.