LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Achiis barsiisonni seeraa fi Fariisonni tokko tokko deebisanii, “Yaa Barsiisaa, mallattoo akka nutti argisiistu barbaanna”+ isaan jedhan.

  • Maarqos 8:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, baayʼee gaddee hafuura baafatee, “Dhaloonni kun maaliif mallattoo barbaada?+ Dhuguman isiniin jedha, dhaloota kanaaf mallattoon tokko iyyuu hin kennamu”+ jedhe.

  • Yohaannis 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu Yihudoonni, “Wantoota kana hojjechuuf aangoo akka qabdu mallattoo akkamii nutti argisiisuu dandeessa?”+ isaan jedhan.

  • 1 Qorontos 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yihudoonni mallattoo gaafatu,+ Giriikonni immoo ogummaa barbaadu;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi