Maatewos 12:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Achiis barsiisonni seeraa fi Fariisonni tokko tokko deebisanii, “Yaa Barsiisaa, mallattoo akka nutti argisiistu barbaanna”+ isaan jedhan. Maatewos 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yeroo kanatti Fariisonnii fi Saduuqonni gara isaa dhufanii, isa qoruuf samii irraa mallattoo akka isaanitti argisiisu isa gaafatan.+ Yohaannis 4:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Yesuus garuu namichaan, “Isin mallattoo fi dinqii yoo argitan malee matumaa hin amantan”+ jedhe. Yohaannis 6:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Achiis isaan akkana isaan jedhan: “Akka nuti arginee si amannuuf, dinqii akkamii raawwatta?+ Hojii akkamii hojjetta?
38 Achiis barsiisonni seeraa fi Fariisonni tokko tokko deebisanii, “Yaa Barsiisaa, mallattoo akka nutti argisiistu barbaanna”+ isaan jedhan.
16 Yeroo kanatti Fariisonnii fi Saduuqonni gara isaa dhufanii, isa qoruuf samii irraa mallattoo akka isaanitti argisiisu isa gaafatan.+
30 Achiis isaan akkana isaan jedhan: “Akka nuti arginee si amannuuf, dinqii akkamii raawwatta?+ Hojii akkamii hojjetta?