Yohaannis 5:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Sababiin isaas, akkuma Abbaan ofii isaatii jireenya* qabu,+ Ilmis ofii isaatii jireenya akka qabaatu isaaf kenneera.+ 1 Qorontos 15:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Akkuma hundi isaanii karaa Addaam duʼan,+ hundi isaanii karaa Kiristoos ni jiraachifamu.+
26 Sababiin isaas, akkuma Abbaan ofii isaatii jireenya* qabu,+ Ilmis ofii isaatii jireenya akka qabaatu isaaf kenneera.+