Yohaannis 8:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Inni kana kan dubbate, mana qulqullummaa keessa iddoo qodaan buusii kaaʼamutti+ utuu barsiisuu ture. Haa taʼu malee, saʼaatiin isaa amma iyyuu waan hin geenyeef eenyu illee isa hin qabne.+
20 Inni kana kan dubbate, mana qulqullummaa keessa iddoo qodaan buusii kaaʼamutti+ utuu barsiisuu ture. Haa taʼu malee, saʼaatiin isaa amma iyyuu waan hin geenyeef eenyu illee isa hin qabne.+