Leewwota 12:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Dubartiin takka ulfooftee dhiira yoo deesse, akkuma xuraaʼummaa yeroo laguu irra jirtuutti guyyaa torbaaf kan xuroofte ni taati.+ 3 Mucichis guyyaa saddeettaffaatti dhaqna haa qabamu.+
2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Dubartiin takka ulfooftee dhiira yoo deesse, akkuma xuraaʼummaa yeroo laguu irra jirtuutti guyyaa torbaaf kan xuroofte ni taati.+ 3 Mucichis guyyaa saddeettaffaatti dhaqna haa qabamu.+