LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 11:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Abbaan koo wanta hunda anaaf kenneera;+ Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru;+ akkasumas Ilmaa fi nama Ilmi isatti mulʼisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.+

  • Yohaannis 1:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru;+ ilma tokkicha isa waaqa taʼee+ fi Abbaa cinaa* jiru+ sanatu waaʼee isaa nuu ibse.+

  • Yohaannis 10:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 kunis akkuma Abbaan ana beekuu fi anis Abbaa beeku jechuu dha;+ ani hoolota kootiif jedhee lubbuu koo dabarsee nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi