Miikiyaas 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+ Luqaas 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yoseefis+ manaa fi sanyii Daawit keessaa kan dhalate waan taʼeef, galmeeffamuuf magaalaa Naazireet ishii Galiilaa keessatti argamtuu kaʼee, gara Yihudaa, gara magaalaa Daawit ishii Beetaliheem+ jedhamtutti ol baʼe.
2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+
4 Yoseefis+ manaa fi sanyii Daawit keessaa kan dhalate waan taʼeef, galmeeffamuuf magaalaa Naazireet ishii Galiilaa keessatti argamtuu kaʼee, gara Yihudaa, gara magaalaa Daawit ishii Beetaliheem+ jedhamtutti ol baʼe.