Yohaannis 14:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira.
10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira.