LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 5:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Kana malees, Abbaan inni na erge ofii isaatii waaʼee koo dhugaa baʼeera.+ Isin yeroo kamitti iyyuu sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine;+

  • 2 Pheexiros 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Inni yeroo jechoonni,* “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani ofii kootii itti gammadu dha”+ jedhan ulfina guddaadhaan isatti dubbatamanitti Waaqayyo Abbaa biraa ulfinaa fi kabaja argateera.

  • 1 Yohaannis 5:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isa namoonni ragaa baʼan kan fudhannu yoo taʼe, wanti Waaqayyo ragaa baʼu immoo kana irra ni caala. Sababiin isaas, wanti Waaqayyo ragaa baʼe isa kana, kunis isa inni waaʼee Ilma isaa ragaa baʼe dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi